Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa gaggeeffame
Finfinnee, Qaammee 4, 2017 (FMC) – Sagantaan xumura dhaabbii biqiltuu Ashaaraa magariisaa bara kanaa Gubaatti gaggeeffameera.
Dhaabbiin Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa baranaa mata duree ‘ Dhaabuun bayyanachuu’ jedhuun gaggeeffamaa turuun ni yaadatama.
Duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuun miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 14 fi kumni 709 dhaabbateera.
Sagantaa Ashaaraa magarisaa baranaarratti kutaaleen hawaasaa hundi hirmaataniiru.
#Oromia #Ethiopia