Bulchiinsi magaalaa Shaggar Maaddii qoode
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar Ayyaana bara haaraa 2018 sababeeffachuun kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodera.
Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaa fi Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Shaggar Obbo Alamaayyoo Tulluun kutaa magaalaa Furiitti argamuun kutaalee hawaasaa harka qalleeyyiif maaddii qoodaniiru.
#Oromia#Ethiopia