Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf hojii hojjetteen jijjiirama guddaa galmeessite – Obbo Addisuu Araggaa

Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf hojii hojjetteen jijjiirama guddaa galmeessite jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan

Ministirri Muummee Isuwaatiini Ruusel Delamini fi Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan misooma bunaa Aanaa Maannaa daawwatan.

Ministirri Ministeera Qonnaa FDRI Obbo Addisuu Araggaa, Itiyoophiyaan oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf sagantaa ashaaraa magariisaa keessatti hojiin hojjetaa jirtu jijjiirama guddaa galmeessuu dubbatan obbo Addisuun daawwannicharratti.

Itiyoophiyaan damee misooma qonnaan hojiilee gaarii hojjechaa jiraachuu hoggantoonni mootummaa Isuwaatiinii daawwannicharratti hirmaatan dubbachuu ragaan Waajjira Kominikeeshinii godina Jimmaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.