Hidha Haaroomsaa Pirojektii Itiyoophiyaanonni waloon milkeessan…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC) _ Hidhi Guddichi Haaromsa Itiyoophiyaa pirojektii Itiyoophiyaanonni waloon milkeessaniidha jedhan Pirezidaantii Itti aantuun Naannoo Hararii Aadde Roozaa Umar.
Naannoo Harariitti eebbifamuu Hidha Haaromsaa sababeeffachuun sosochiin Ispoortii gaggeeffameera.
Aadde Roozaan hidhichi akka dhugoomuuf ummanni naannichaa gahee olaanaa bahateera jedhan.
Milkaa’inni Hidha Haaromsaan argame dameelee biroof kaka’umsa kan umuu ta’uu dubbachuu isaanii TOI gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.