Fana: At a Speed of Life!

Taphni har’a Arsenaali fi Maanchiister Siitii gidduutti taphatamu hawwiin eegama

Finfinnee, Fulbaana 11, 2018 (FMC)- Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 5ffaan taphni har’a Arsenaal Maanchiister Siitiin waliin taphatu hawwiin eegama.

Har’a waaree boodaa sa’aatii 10:00 irraa jalqabee Boornimaawuuz – Niwuukaasiil, Sandarlaandi ammoo Astoon Viilaa waliin falmatu.

Galgala sa’aatii 12:30 jalqabee falmiin Arsenaal Maanchiister Siitii waliin taasisu hawwiin eegama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.