Maaduukeen baatiiwwan lamaaf dirree irraa ni fagaata
Finfinnee, Fulbaana 13, 2018 (FMC) – Taphataan sarara fuulduraa Arseenaal Noonii Maaduukeen sababa miidhaan baatiiwwan lamaaf dirree irraa akka fagaatu dhagahameera.
Taphatichi tapha Piriimer liigii Ingiliz torbee 5ffaan dilbata darbe Arseenaal fi Maanchister Siitii gidduutti taphatameen jilba isaarra miidhaan gahuu ‘The Athletic’ gabaaseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.