Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenne
Finfinnee, Fulbaana 14, 2018(FMC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee muudama garaagaraa kenneera.
Haaluma kanaan:-
1. Obbo Haftaay Gabra’igzaabiheer Hogganaa Biiroo Kominikeeshinii
2. Obbo Mulunaa Dassaalanyi Hojii Gaggeessaa Dhaabbata Qeeraawwanii
3. Obbo Waalallinyi Dassaalanyi Hogganaa Itti aanaa Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Misooma Kooriidariifi Qarqara Lagaa
4. Aadde Nastihoo Abdii Kooyireen Itti gaafatamtuu Waajjiraa Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Misooma Kooriidariifi Qarqara Lagaa ta’uun muudamuu Waajjirri Kantiibaa Faanaa Dijiitaaliif ibseera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.