Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeessuu eegaleera.
Waltajjichaan raawwii guyyoota 90 qorachuun milkaa’inaa fi hanqinaalee mul’atan sirnaan adda baasuun kallattiin yeroo itti aanuu ni kaa’ama jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Dhimmoonni xiyyeeffannoo addaa barbaadaanis kan adda baafaman ta’uu fuula miidiyaa Hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.