Fana: At a Speed of Life!

Sirni Awwaalchaa Hajii Muftii Umar Idiriis har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irratti raawwaata

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Sirni Awwaalchaa Hajii Muftii Umar Idiriis har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irratti raawwaata jedhe Koreen sirna Awwaalcha isaanii.

Sirni awwaalcha isaanii Naannawaa Hayilee Gaarmantii jedhame beekamu Buufata Kuduraa fi Muduraa Haaraa gadi mooraa Masjiida isaan Qura’aana itti barsiisaa turan keessatti kan raawwatu ta’uutu ibsame.

Yeroo muraasa booda sa’aatii 6:00 irraa eegalee sirni Solaataa Masjiida Nuur naannawaa Birbirsa Goorootti argamutti erga raawwatee booda sirni gaggeessaa Reeffa isaanii ammoo sa’aatii 8:00 jalqabaa Galma Barkumeetti bakka hoggantoonni Olaanoon mootummaa argamanitti ni raawwata jedhame.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.