Gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo guyyoota 100 eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo bara 2018 kan guyyoota 100 eegalamuu ibsan.
Piroojektii Madda Anniisaa Elektirikaa Kooyishaa daawwachuun gamaaggamicha eegaluu eeran Dooktar Abiy.
Daawwannaa miila darbeen boodas Piroojekticharratti hojiilee jajjaboon hojjetameera jedhan.
Hidhichi meetira 128 kan dheeratuu fi hojiin siiviilii isaa % 70 irra gahuu kaasan.
Milkaa’inni kun wabii madda anniisaa mirkaneessuuf murannoo qabaachuu keenyaaf ragaadha jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.