Fana: At a Speed of Life!

Awaash Fantaalleetti kirkirri lafaa mudate

Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Naannawaa Awaash Fantaalleetti kirkirri lafaa reektar Iskeelii 4.8 mudateera jedhe Yuunivarsiitiin Finfinnee.
Har’a ganama Sa’aatii 2 fi daqiiqaa 24 tti kirkirri lafaa reektar Iskeelii 4.8 dhagahamuu Yuunivarsiitii Finfinneetti Itti Gaafatamaan Kutaa Barnoota Seesmooloojii Piroofeesar Attaalaay Ayyalaan Faanaa Diijitaalitti himaniiru.
Kirkira lafaa mudateen Magaalaa Finfinnee dabalatee naannawaa garaagaraatti hoollannaan dhagahamuu Piroofeesar Attaalaay ibsaniiru.
Admaasuu Arragawuun.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.