Shaggar 2 – 1 Dirre Dhawaa
Finfinnee, Sadaasa 3, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dubartootaa torbee 6ffaan Shaggar Dirre Dhawaa injifate.
Kilabni Kubbaa Miilaa Dubartootaa Shaggar galchii 2 fi 1’n Dirre Dhawaa injifateera.
Shaggar taphoota 5 taphateen, qabxii 12 walitti qabachuun sadarkaa 2ffaa irratti argama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.