Fana: At a Speed of Life!

Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad mootii Abudaabii waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad mootii Abudaabii Sheeh Kaaliid Biin Zayid Alnaahiyaan waliin mari’ataniiru.

Marichi walga’ii hoggantoota biyyoota miseensa garee 20 cinatti mari’atame.

Tumsa tarsiimawaa Itiyoophiyaa fi Araboota Gamtoomanii gidduu jiru cimsuun tarkaanfilee waloof carraawwan miijessuu irratti akka xiyyeeffate ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti dabarsaniin ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.