Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa taphaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifateera.
Istaadiyemii Yuniivarsiitii Hawaasaatti sa’aatii 9 irratti tapha taphatameen galchii Shaggar ittiin injifate Heenook Addunyaa sa’aatii dhumaatti lakkoofsiseera.
#Oromia #Ethiopia