Arsenaal 3 – 1 Baayerni Muunik
Finfinnee, Sadaasa 17, 2018 (FMC) – Taphoota Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 5ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Baayerni Muunik injifateera.
Arsenaal galchii 3 fi 1’n Baayerni Muunik injifateera.
Taphoota biroon PSVn galchii 4 fi 1’n Liiverpuul, Maadriid galchii 4 fi 3’n Olompiyaakoos, Atalaantaan galchii 3 fi 0’n Firaankifart, PSGn galchii 5 fi 3’n Tootenhaam akkasuma Atileetikoo Maadriid galchii 2 fi 1’n Intermiilaan injifateera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.