Arsenaal Bireentifoordiin injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Sadaasa 24, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeerliigii Ingiliiz torbee 14ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Bireentifoordi injifateera.
Arsenaal galchii 2 fi 0’n Bireentifoordi injifachuun dursummaa isaa cimsateera.
Milkeel Merinoo fi Saakaan galchii tokko tokko Arsenaaliif lakkoofsisaniiru.
Taphoota biroon Biraayitan galchii 3 fi 4’n Astoon Viilaan yoo injifatamu, Kiristaal Paalaas galchii 1 fi 0’n Barnileey, Notingahaam Foresti galchii 1 fi 0’n Woolviis injifataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.