Fana: At a Speed of Life!

Dhibee Vaayirasii Maarbargii ilaalchisee odeeffannoo guyyaa har’aa:-

Namoota 102 qorannoon Laabraatoorii taasifameefi dhibichi homaarrattuu hin argamne.

Har’a yaala cimaa keessa kan jirus ta’ee kan lubbuun darbe hin jiru.

Kan dhibicharraa dandamates hin jiru.

Waliigalaan hanga ammaatti namoota kuma 1 fi 530 qorannoon laabraatooroo taasifamee namoota 13 irratti dhibichi argameera.

Kanneen keessaa namoonni 8 lubbuun darbaniiru.

Namoonni 4 dhibicharraa yoo dandamatan, namni 1 yaalarratti argama.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.