Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaan kabajamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 29, 2018(FMC) – Guyyaan Saboota, Sab-lammootaa fi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaan naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa magaalaa Hoosaa’inaatti kabajamaa jira.

“Waligaltee diimokiraatawaa, tokkummaa sab-daneessummaaf”mataduree jedhuun ayyaana kabajamaa jiru kana irratti hoggantoota mootummaa olaanoo dabalatee keessummoonni adda addaa argamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.