Fana: At a Speed of Life!

Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin 30ffaa fudhate

Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara Booyingi Diriimlaayin  787 – 8 jedhamu  fudhateera.

Xiyyaarri kun imaltoota 213 imalchiisuu danda’a jedhame.

Xiyyaara daran ammayyaa, faalama sagalee muraasa qofa kan qaqqabsiisu, amansiisaa yoo ta’u, dhaabbatichaaf diriimlaayinii 30ffaa ta’uutu himame.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.