Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaa
Ayyaana muul’annaafi dhiifamaa kan ta’e baga Ayyaana Cuuphaa Iyyesuus Kiristoosiin isin gahe.
Cuuphaan Gondaritti adda. Dammaqinni, seena qabeessummaan, haalli kabaja isaa hundi raajiidha.
Ayyaana Cuuphaa bara kanaa lammii biyya keessaa dabalatee lammiileen alaa kan irratti argaman galaana Cuuphaa seena qabeessa Faasilidasitti argamnee kabajneerra.
Hordoftoonni amantaa kiristaanaa hundi irra deebiin baga Ayyaana Cuuphaa geessan!.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.