Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jarman waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Jarman Jo’aan Waadfuul waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Ministira Dhimma Alaa Jarman Jo’aan Waadfuul waliin haala tumsa biyyoota lameenii daran cimsuun danda’amurratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.