Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 20, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gargaaraa Ministira Dhimma Alaa Ameerikaa KiristooforTii laandawu fi Afrikaatti Ajajaa Ajaja Ameerikaa Jeneraal Daagviin Andarsan waliin mar’ataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, qondaaltoota kanneen wajjiin tumsa gara fuulduraarratti marii bu’a qabeessa gaggeessuusaaniif galateeffataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.