Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giillee fi kan Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammadiin baga nagaan dhufan jedhan
Finfinnee, Amajjii 23, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giillee fi kan Soomaaliyaa Hasan Sheek Mahaammadiin baga nagaan gara Itiyoophiyaa dhufan jedhan.
Obboleeyyaan koo Gaanfa Afrikaa baga nagaan gara Itiyoophiyaa dhufatan jedhan Dooktar Abiy Ahimad fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Dooktar Abiy Ahimad har’a ganama buufata Xiyaaraa Jigjigaatti Pireezidaantoota kanneen simachuun isaanii kan yaadatamuudha.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.