Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaantiin Zimbaabwee Eemarsan Minaangaagiwaan Finfinnee galan

Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Zimbaabwee Eemarsan Minaangaagiwaan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Pirezidaanti Eemarsan Minaangaagiwaan wayita buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Boolee gahan Ministira Ministeera Innooveeshiniifi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan simatamaniiru.

Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaan mata duree ‘Dhiyeessii bishaanii itti fufiinsa qabuu fi sirnoota eegumsa qulqullinaa nageenyumaan isaa eegame mirkaneessuu, Milkaa’ina galmoota Ajandaa 2063’f’ jedhuun gaggeeffama.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.