Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Seeneegaal waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2018( FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Seeneegaal Usmaan Soonkaa waliin mari’ataniiru.

Hoggantoonni lameen Yaa’ii Hooggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaa cinaatti mari’ataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.