Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Laayibeeriyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Laayibeeriyaa Jooseef Bookaay waliin mari’ataniiru.

Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Pirezidaantii Laayibeeriyaa Jooseef Bookaay waliin teeknooloojii, hubannoo nam-tolcheefi Yuunivarsiitii Hubannoo nam-tolchee Itiyoophiyaan hundeessuuf karoorsite irratti marii gamlamee gaggeessineerra jedhan.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.