Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mahaammad Almanfii waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mahaammad Almanfii waliin misooma naannawaafi hariiroo gam-lamee irratti mari’anneerra jedhan.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.