Fana: At a Speed of Life!

Ergaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad

Finfinnee, Guraandhala 14, 2018 (FMC) – Walga’iin Mana Maree Paartii Badhaadhinaa Itti fufeera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Manni Maree Paartii Badhaadhinaa Guraandhala 12 eegalee Walga’ii idilee taa’aa jira.

Walga’ichaan dhimmoota tarsiimawaarratti mari’achaa jira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.