Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 18, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin, har’a ganama daawwannaa hojiif Itiyoophiyaa kan dhufan Pireezidaantii Israa’el Ayizaak Heerzoog simachuun marii bu’aa qabeessaa taasifneerraa jedhan.
Hariiroo Itiyoophiyaa fi Israa’el gidduu jirurratti hundaa’uun akkaataa tumsa waloo cimsuun danda’amu ilaallerraa jechuun ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.