Fana: At a Speed of Life!

Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad

Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob Dirree dhaabbolee 10 of keessatti qabatee tajaajilawwan 73 ta’an lammiileef kennaa jira.

Giddugalichi lakkooftuuwwan 96 maamiloota keessummeessan akka qabaatu ta’ee kan gurmaa’ee dha.

Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob Dirree hojii eegalee ji’oota ja’a keessatti walumaagalatti tajaajilamtoota kuma 23 keessumeesseera.

Tajaajila si’ataa dijiitaalaa olirraa eegalame babal’isuuf karoorsee hojjetaa jira.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.