Fana: At a Speed of Life!

Sa’ud Arabiyaan balaa sigiga lafaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda ishee ibsite

Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Sa’ud Arabiyaan balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda ishee ibsiteerti.

Ministeerri Dhimma Alaa Sa’ud Arabiyaa ibsa gaddaa dabarseen maatii lammiilee lubbuun isaanii darbeef jajjabina; lammiileen miidhaman ammoo ariitiin akka dandamatan hawweera.

Balichaan hanga guyyaa kaleessaatti lubbuun namoota 81 darbuu ragaan Godinicharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.