Mootummaan Kuweet balaa sigiga lafaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagahame ibse
Finfinnee, Bitootessa 7, 2018 (FMC) – Mootummaan Kuweet balaa sigiga lafaa Naannoo Kibbaa Itiyoophiyaa Godina Gaamootti mudateen lammiilee lubbuun isaanii darbeef gadda itti dhagahame ibseera.
Ministeerri Dhimma Alaa Kuweet ibsa gaddaa dabarseen maatii lammiilee lubbuun isaanii darbeefi miidhamaniif gadda itti dhagahame ibsuun, lammiileen miidhaman ariitiin akka dandamatan hawweera.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.