Fana: At a Speed of Life!

Pirezidaanti Taayye Atsiqasillaaseen ergaa baga geessanii Ayyaana Iid Al-Faxir dabarsan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Rippabliika Dimokraatawaa Federaalawaa Itoophiyaa Taayye Atsiqasillaasee, ayyaana Iid Al-Faxir 1,447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.

Pirezidaantichi ergaa isaanii kanaan, ayyaanichi: Kan nagaa, Kan tokkummaa, Kan jaalalaa fi kan waliif yaaduu akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.