Ayyaanni Iid Al-Faxir Naannoo Harariitti Kabajamaa Jira
Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC) – Ayyaanni Iid Al-Faxir waggaa 1447ffaan Naannoo Harariitti kabajamaa jira.
Ayyaannichi hordoftoota amantii Musliimaa biratti haala ho’aa ta’een kabajamaa jira.
Ayyaannichi Solaataa Iidi fi sirnoota amantichaa garaagaraan kabajamaa jira.
Tashoomaa Hayiluutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia