Fana: At a Speed of Life!

Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Bitootessa 11, 2018 (FMC)- Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Iid Al-Faxir 1447ffaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

​Giifti Duree Zinnaash gama miidiyaa hawaasummaa isaaniitiin hordoftoota amantaa Islaamaa maran baga ayyaana Iid Al-Faxiriin nagaan geessan jedhaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.