Turtii Addaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Teeleevizhinii Qaanaa waliin egeree Magaaloota Itiyoophiyaa fuulduraarratti taasisan hordofaa.
Turtii isaaniin, pilaanii magaaloota, misooma waaraa fi pirojektiwwan Misooma Koriidarii Magaalaa Finfinnee fi Magaaloota biroo akkamitti jijjiiraa jIru, akkasumas buβuuraaleen misoomaa daldalaa fi guddina diinagdee guutuu biyyaatittii guddisuuf faayidaan qaban gadii fageenyaan xiinxalamaniiru.
Bitootessa 15, 2018 galgala Saβaatii 2:30 irratti dhiyaata.