Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimi waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 3, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimii Dooktar Joorji Iloombiin waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniin, har’a Pireezidaantii Baankii Afrii’eegizzimii kan ta’an Dooktar Joorji Iloombiin simadheerra jedhan.

Turtii taasisaniinis dhimmoota hariiroo tarsimawaa cimsuu dandeessisanirratti mari’achuu eeraniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.