Fana: At a Speed of Life!

Pireezidaanti Taayyeen ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.

Ayyaanichi kan fayyinaa, nageenyaa, tokkummaa fi jaalalaa akka ta’u hawwaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.