Ayyaana Du’aa Ka’uu sababeeffachuun boru subii Madfiin ni dhukaafama
Finfinnee, Ebla 3, 2018(FMC) – Ayyaana Du’aa Ka’uu Iyyasuus Kiristoos sababeeffachuun boru subii sa’aatii 9:00 irratti Madfiin yeroo 9 ni dhukaafama jedhe Raayyaan Ittisa Biyyaa.
Jiraattoonni magaalaa Finfinnee kana hubachuun akka hin rifanne Qajeelchi waliigalaa Poolisii Magaalaa Finfinnee yaadachiiseera.
#Oromia #Ethiopia