Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’tan

Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, har’a ganama Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin tumsa yeroo dheeraa Gamtaa Awurooppaa waliin qabnurratti mari’aneerra jedhan.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.