Du’aan boqochuu obbo Zagayyee Asfaaw hordofee Pireezidaanti Taayyeen ergaa gaddaa dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 4, 2018(FMC) – Du’aan boqochuu obbo Zagayyee Asfaaw hordofee Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqisillaaseen ergaa gaddaa dabarsaniiru.
Obbo Zagayyee Asfaaw lafti qonnaan bultoonni Itiyoophiyaa akka deebi’uufiifi haalli bulchiinsa lafaa akka jijjiiramu nama shoora olaanaa bahatan ta’uu ibsan.
Dhaloonni yeroo hunda isaan yaadata jechuun gadda isaanii ibsataniiru.
#Oromia #Ethiopia