Ergaa Ministira Muummee Itti aanaa obbo Tamasgeen Xurunaa
Itiyoophiyaatti daawwannaa hojii kan taasisan Pireezidaantii Faransaay Imaanu’eel Maakroon gaggeessineerra.
Pireezidaantichi turtii Itiyoophiyaatti taasisaniin ajandaalee waloo gamlamee irratti mariin kan gaggeeffamee fi dameewwan garaagaraan waliigalteen kan mallatteeffame akkasumas hariiroo biyyoota lameenii daran kan cimsu yeroo bu’aa qabeessa ture.