Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Madaaliyaa Warqee Jalqabaa Argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa meetira 400 dubartootaan atileet Ajaa’ibaa Aliyyuu dursummaan xumuruun Itiyoophiyaaf madaaliyaa warqee jalqabaa argamsiisteetti.
Warqinah Gaashaawutu gabaase.
#Oromia #Ethiopia