Komishinara Komishinii Marii Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa kan turan, Obbo Zagayyee Asfaawuuf yaadannoon Sammuu daqiiqaa tokkoo taasifame
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi qondaaltonni olaanoo federaalaa fi naannolee bakka argamanitti sagantaa Komishinii Marii Biyyaalessaa erga hundeeffamee kaasee hojiileen hojjetaa turee fi kallattii gara fuula duraa gamaaggamuuf qophaa’e irratti Komishinara Komishinii Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa kan turan obbo Zagayyee Asfaawuuf kadhannaan yaadannoo sammuu daqiiqaa tokkoo taasifameera.