Magaalaan Finfinnee fi Baakuu Waliigaltee Obbolummaa mallatteessan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2018 (FMC)- Magaalaan Finfinnee fi Magaalaan gudditti Azarbaajaan Baakuun Waliigaltee obbolummaa mallatteessaniiru.
Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, waliigaltichi waljijjiirraa aadaa fi seenaa ummata biyyoota lameenii kan cimsuudha jedhan.
Dabalataaniis Misooma magaalaan, Diijitaalaayizeeshinii Tajaajilaa dabalatee misooma turrizimiin tumsa magaaloota Lameenii kan cimsuu akka ta’ee ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia