๐๐ง๐ข๐ฌ๐ก๐๐๐ญ๐ข๐ฏ๐ข๐ข ๐๐ง๐๐๐ฌ๐ญ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐๐จ๐๐จ๐จ, ๐๐ค๐ค๐ ๐๐ฎโ๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ ๐๐โ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐ง๐๐๐ฌ๐ญ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ข
Finfinnee, Caamsaa 13,2018(FMC) – Inniisheetiiviin indaastirii godoo bu’uura ce’umsa indaastiriiti jedhan pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
Obbo shimallis ergaa fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, dameen kun yeroo dheeraaf akka hojii harkaa-gara-afaanii jeejee itti dabarfachuuf qofa hojjatamuutti ilaalamaa turuu ibsan.
Kunis humna omishaa guddaa maatiifi gandoota keenya keessa jiru akka hinijaarreefi hinfayyadamne akkasumas ogummaafi dhaweessummaan akka hindagaagne taasiseeras jedhan.
Indaastiriin godoo harโa hojii xiqqaafi bittinnaaโaa miri kqn jedhan obbo Shimallis, Mootummaan Naannoo Oromiyaa damee kana akka buโuura ceโumsa indastiriifi birmadummaa dinagdee Oromiyaatti olkaasuu ibsan.
Jijjiiramni kun dubbii qofaan osoo hintaane, hojii ๐๐๐๐๐ง๐จ๐ ๐จ๐๐ง๐ฃ๐๐ irratti hundaaโeen mirkanaaโaa jiraachuus kaasaniiru.
Guutuun ergaa isaanii akka kanatti aanutti dhiyaateera:
๐๐ง๐ข๐ฌ๐ก๐๐๐ญ๐ข๐ฏ๐ข๐ข ๐๐ง๐๐๐ฌ๐ญ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐๐จ๐๐จ๐จ: ๐๐ค๐ค๐ ๐๐ฎโ๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ ๐๐โ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐ง๐๐๐ฌ๐ญ๐ข๐ซ๐ข๐ข ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐๐ญ๐ญ๐ข
๐๐๐ฌ๐๐๐จ๐ฃ๐ ๐ค๐ข๐๐จ๐๐ช ๐๐๐ง๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐ค๐๐๐๐ฃ ๐ข๐ช๐ง๐ฉ๐๐๐๐๐๐ฉ๐!
Yeroo dheeraaf indastiriin godoo akka hojii harkaa-gara-afaanii jeejee itti dabarfachuuf qofa hojjatamuutti ilaalamaa ture. Kunis humna omishaa guddaa maatiifi gandoota keenya keessa jiru akka hinijaarreefi hinfayyadamne akkasumas ogummaafi dhaweessummaan akka hindagaagne taasiseera.
Harโa garuu kallattiin sun jijjiirameera. Indastiriin godoo harโa hojii xiqqaafi bittinnaaโaa miti. Mootummaan Naannoo Oromiyaa damee kana akka buโuura ceโumsa indastiriifi birmadummaa dinagdee Oromiyaatti olkaaseera. Jijjiiramni kun dubbii qofaan osoo hintaane, hojii ๐๐๐๐๐ง๐จ๐ ๐จ๐๐ง๐ฃ๐๐ irratti hundaaโeen mirkanaaโaa jira.
Damichi hudhaalee hedduun kan guutameefi sadarkaa daran gadaanaarra ture. Garuu sodaannee hinteenye. Bara 2012 irraa eegallee imaammataafi tarsiimoo bocuun, waggoota afuriif haala dandeessisoo uumu irratti hojii baldhaa hojjetaa turreerra. Buโuuruma kanaan:
๏ง ๐๐๐๐๐๐ค๐ฉ๐๐๐๐ ๐ฌ๐๐๐ง๐ฉ๐ช๐ช๐ก๐๐ ๐ฌ๐๐ก๐๐ฃ๐๐ baldhinaan ijaarree, omishtoota kilaastaraani gurmeessineerra.
๏ง ๐ฝ๐๐๐ฃ๐ ๐๐ ๐๐๐๐ฃ๐ฆ๐๐ waliin taโuun, hojii rakkoo madda faayinaansii furuuf raawwanneen, harโa liqii baankichi dhiyeessu keessaa %75 ๐ก๐๐ฆ๐๐ ๐ญ๐๐ญ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ akka taโu taasifneerra.
๏ง ๐๐๐๐ฃ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ฏ๐๐ hundeessuun, dhiyeessii ๐ข๐๐๐จ๐๐๐๐ก๐๐ ๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ฉ๐๐๐ก๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐ ๐ฃ๐ค๐ค๐ก๐ค๐๐๐ salphisaa jirra.
โข Jiโoota kurnan darban qofa waldaalee/๐๐ฃ๐ฉ๐๐ง๐ฅ๐๐ง๐๐๐ฎ๐๐ฏ๐ค๐ค๐ฉ๐a ๐ด๐ฏ๐ฒ taโaniif meeshaalee kaappitaalaa ๐ฒ,๐ฑ๐ฌ๐ฎ birrii ๐๐๐ก. ๐ฏโtti dhiyaatu ittibahe karaa dhaabbata kanaa dhiyeessineera.
โข Walumaagala, hanga ammaatti waldaalee/๐๐ฃ๐ฉ๐๐ง๐ฅ๐๐ง๐๐๐ฎ๐๐ฏ๐ค๐ค๐ฉ๐a ๐ฎ,๐ด๐ฐ๐ฌ taโaniif meeshaalee kaappitaalaa ๐ญ๐ฏ,๐ญ๐ด๐ฑ birrii ๐๐๐ก. ๐ฑ.๐ณ ittibahe dhiyeessuun danda’ameera.
โข Dabalataanis, guyyoota muraasa booda ๐ฌ๐๐ก๐๐๐๐ก๐๐ ๐ฎ๐ฎ๐ฐ taโaniif meeshaalee kaappitaalaa ๐ญ,๐ฌ๐ฒ๐ฏ karaa โSiinqee Liiziiโ kan dabarsinu taโa.
๏ง Sirna ๐ก๐๐๐ฃ๐๐๐ ๐ค๐๐ช๐ข๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐๐๐จ๐จ๐ช๐ข๐ข๐๐ diriirsuun, daldaltoota, omishtootaafi dhaweessitootaaf sadarkaa garaagaraatiin leenjii kennaa jirra; akkasumas ๐๐๐๐ฌ๐๐๐จ๐จ๐ช๐ข๐ข๐๐๐๐ ๐ค๐๐ช๐ข๐ข๐๐๐ฃ ๐จ๐๐ง๐ฃ๐ ๐๐๐ง๐ฃ๐ค๐ค๐ฉ๐๐ keessatti akka hammataman taasifneerra.
๏ง ๐๐๐๐๐ฃ๐ฉ๐๐ ๐ฌ๐๐ก๐๐ค๐ง๐๐ค๐ข๐ข๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฉ๐๐ dhaweessitootaafi kalaqeessitootaa dhaabbataan gaggeessuu jalqabneerra.
โ๐๐ฃ๐๐จ๐๐๐๐ฉ๐๐ซ๐๐ ๐๐ฃ๐๐๐จ๐ฉ๐๐ง๐๐ ๐๐ค๐๐ค๐คโ keenya bara 2012 irraa eegalee baldhinaan hojiitti kan galchine buโuura cimaa kanarra dhaabbaneeti. Sochiin kunis jijjiirama qabatamaa galmeessisaa jira.
Bara jalqabaa (2016) keessa namoota ๐ฎ,๐ฑ๐ฌ๐ณ ๐ฆ๐ค๐๐๐๐ hojii uume ture.
Harโa garuu ๐จ๐๐ ๐ฉ๐๐ง๐ค๐ค๐ง๐ ๐ญ๐ฎโn, ๐จ๐๐๐๐๐ค๐ฉ๐ ๐ฏ๐ณ,๐ฑ๐ฏ๐ด ijaaruun ๐ ๐๐ก๐๐๐จ๐ฉ๐๐ง๐ค๐ค๐ฉ๐ ๐ต,๐ฑ๐ต๐ฐ jalatti gurmeessineerra.
Kanaanis lammiileen ๐ข๐๐ก. ๐ฉ๐ค๐ ๐ ๐ค๐คfi ๐ธ๐๐บ๐ฎ ๐ญ๐ฑ๐ฌ caalaniif carraa hojii umameera.
Ogeeyyifi dhaweessitoota miliyoonaan lakkaโaman horachaa jirra.
Guddinni kun lakkoofsa qofa miti; sirna ijaaramaa jirudha. Dargaggoonni hojii argachaa jiru; dubartoonni hirmaannaa dinagdee keessatti qaban cimsachaa jiru; maatiin galii isaanii fooyyessaa jiru. Hundaaโol, ogummaafi dhaweessummaa lafa kufee kaโaa jira. Haataโuutii, jijjiiramni guddaan isa kana caalu, ๐๐๐๐๐๐๐ง๐๐ข๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐ข๐ irratti dhufaa jirudha.
๐๐ฃ๐๐๐จ๐ฉ๐๐ง๐ค๐ค๐ข๐จ๐ ๐๐ง๐ค๐ข๐๐ฎ๐๐ (industralization of Oromia) alaa eeguu dhiifnee, keessaa ijaaruu jalqabneerra. Qabeenya naannawaa, ogummaa aadaa ummataafi humna hojii keessoo keenya irratti hundaaโuun, ๐๐ชโ๐ช๐ช๐ง๐ ๐๐ฃ๐๐๐จ๐ฉ๐๐ง๐๐ ๐ ๐๐โ๐๐๐๐ ๐๐๐ฃ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐ฃ๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐ง๐๐ jirra. Indaastirii Godoo haajennu malee, gosoonni hojii marti intarpiraayizoota xixiqqaafi guddigaleessaa maashinoota xixiqqaafi giddugaleessaa fayyadamaniin gaggeeffamaa jira.
Amma imalli keenya gara gulantaa ittaanuutti ceโuu qaba. Indastirii godoo babaldhisuu qofti gahaa miti. Gama tokkoon qulqullina omishaa olkaasuu, walitti hidhamiinsa gabaa cimsuufi gara sirna omishaa dorgomaa taโetti ceesisuun murteessaadha. Gama birootiin, intarpiraayizoota kanniin gara omisha meeshaalee kaappitaalaatti ceesisuun humna indastirii jabaafi qindaaโaa uumuun barbaachisaadha. Ergamni kun ammoo kan mootummaa qofa osoo hintaane, ergama qooda fuudhattoota misooma Oromiyaa hundaati.
Walumaagalatti, mootummaan keenya ogummaafi dhaweessummaa hawaasa keenyaa keessumaa dargatootaa dagaagsuun imala jalqabame kana gara sirna indastirii jabaafi ofdandaโeetti ceesisuuf haaragalfii malee kan hojjatu ta’a.
Hawaasa ogummaa qabu, dhaweessa taโeefi omishu hiree ofii ofiin murteessa!