Fana: At a Speed of Life!

Hiriirri deeggarsaa Paartii Badhaadhinaa Godina Shawaa Kaabaa Magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) โ€“ Hiriirri deeggarsa Paartii Badhaadhinaa kutaalee hawaasaa hunda hirmaachisa Godina Shawaa Kaabaa magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira.

Pireezidaantii Ittaanaa mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii fi Hoggantuu Biiroo Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa Injinar Miliyoona Baqqalaa dabalatee hoggantoonni mootummaa naannichaa biroo fi kutaaleen hawaasaa aanaalee godinichaarraa walitti babbaโ€™an argamaniiru.

Qaamoleen hiriira duula nafiladhaa Paartii Badhaadhinaa kanarratti argaman faaruwwaniifi dhaadannoowwan garaa garaa dhageessisuun deeggarsa paartichaaf qaban agarsiisaa jiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.