Fana: At a Speed of Life!

Maanchister Siitiin Peep Gaardiyoolaa waliin adda bahuufi

Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC)- Maanchisteer Siitiin xumura bara dorgomichatti Leenjisaa Peep Gaardiyoolaa waliin akka adda bahu beeksiseera.

lammiin Ispeen Peep Gaardiyoolaan turtii ‘Itihaadi waggootta kudhaniin Waancaa 20 milkeessaniiru.

Peep Gaardiyoolaan Maanchisteer Siitii keessatti waancaa heddu milkeessuun leenjisaa Seenaa hojjeteedha.

Leenjisaan Umurii waggaa 55 Peep Gaardiyoolaan tapha Dilbaata dhufu Maanchiister Siitiin Astoon Viilaa waliin taasisuurratti gaggeessaan ni taasifamaaf.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.