Fana: At a Speed of Life!

Raayyaan Ittisaa manneen jireenyaa 232 fayyadamtootaaf dabarse

Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Biyyaa Manneen jireenyaa miseensota raayyichaa fi hojjettoota Siiviil sarvisiif magaalaa Hawaasaatti ijaaraman 232 fayyadamtootaaf dabarseera.

Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Biyyaa Injinar Ayishaa Mahaammad bakka argamanitti manneen jireenyaa kunneen eebbifamuun fayyadamtootaaf dabarfamaniiru.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.