Fana: At a Speed of Life!

Addi Bilisummaa Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti duula na filadhaa gaggeesse

Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Paartiin Adda Bilisummaa Oromoo Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Magaalaa Shaambuutti duula na filadhaa gaggeesseera.

Paartichi duula na filadhaa kanaan tarsiimoo isaa hawaasatti beeksiseera.

Deeggartoonniifi miseensonni Paartichaa duula na filadhaa kana irratti hirmaataniiru.

Karaa dimokraatawaa ta’een duula na filadhaa gaggeessuun mootummaan dimokraasiin akka babal’atu murannoon hojjetaa jiraachuu mul’isa jedhan miseensonni paartichaa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.